Faqqee dhonoqqoo (Ctenophora)
From Wikipedia, the free encyclopedia
unranked regnum
Odeeffannoo dabalataa ?Faaqqee Dhonoqoo, odeeffannoo saayinsaawaa ...
Cufi
Ctenophora gosa bineensota lafee hin qabne galaanaa qofa ta’aniidha. Ctenophora jechuun “Baattuu filaa” jechuudha. Isaanis yeroo baayyee Faaqqee dhonoqoo jedhamuunis beekamu.