Gaaddiddeessuu Aduu
From Wikipedia, the free encyclopedia
Gaaddiddeessuun aduu kan uumamu yemmuu addeessi aduu fi lafa gidduu ooluun addeessi gaaddidduu isaa muraasa lafa irratti buusuu dha.
Naannoon gaadiduu limixii (umbiraan) uwwifamee gaaddiddeessuun aduu guutuun uumamutti aduun waan dhokattuuf hin mul`attu. Naannoo gaadiduu dimimmisa (peenumbiraa) uwwifametti immoo gaaddiddeessuu gartokkee waan uumamuuf gartokkee aduutu mul`ata.Gaaddiddeessuun kan wayitii hunda hin uumamneef moociin addeessi lafa irra ittiin naanna`uu sadhata dacheen daandii ishee irra biiftuun naannoftu 50 waan dabee argamuufiidha..
Dhugaa Ariiffataa
Cufi