Nannee Ho'aa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Konveekshiniin (naannee o'aa ykn huffisoo) iddoo wal jijjiiruu molokiyuulotaatiin. Kunis,sochii suudoowwan yaa’aa tokkoo hoo’a bakka tokko irraa gara bakka biraatti dabarsuudha. Huffisoo yaa'oowwan (gaasotaa fi dhangala’oo) keessatti raawwata.