Warroomii (faankishinii)
From Wikipedia, the free encyclopedia
Herrega keessatti, Warroomiin ykn Hodaariiroon ( Warroomii) hariiroo ta'ee miseensonni isaa lama seentuu jalqabaa gosa tokko qabaachuu kan hin dandeenye dha. Mee f'n hariiroo dha haa jennu. f'n Warroomiidha kan jennu (x,y), fi (x,w) miseensa f taanaan y=w yoo ta'e dha. Fkn: H=(1,3),(4,3),(5,3),(0,3) , H=(x,y):y=x^2 Warroomii dha.
Cimdiin tartii (a; b) miseensa hariiroo H yoo ta'e, a 'n seentuu jalqabaa yoo jedhamu b'n immoo seentuu lammaffaa jedhama. Kana keessatti sentuun jalqabaa mandhee(Domain) H yoo ta'u, seentuun lammaffaa immoo Hangii(Range) H jedhama.
Yoo haalli Mandhee fi haalli Hangii lakkoofsota dhugaa ta’anii fi galtee bifa Unkee armaan gadiitiin barreeffame Haalli kun akka armaan gadiitti kan barreeffame akkaataa barreeffama qajeelfama keeyyata sadan armaan oliitiin:
- , .